Volkaanoo Itoophiyaa Hindii ce'ee balalii xiyyaaraa danqe | BBC News Afaan Oromoo

Share it with your friends Like

Thanks! Share it with your friends!

Close

Aarri volkaanoo Itoophiyaa Naannoo Affaariitii ka’e, Galaana Diimaa ce’ee, Omaan fi Yaman bira darbee, Hindii Delhii ga’uu isaa Ministeerri Meetirooloojii Hindii beeksise.

‘Subscribe’ tolchuuf : https://bbc.in/45t1XNZ

Volkaanoon Hayli Gubbi kuni seenaa keessatti dhohee galmaa’ee hin beeku.

Waggoota 10,000 ol keessatti garuu Sadaara 23, 2025 dhoheera.

πŸ‘‹ Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha.

Viidiyoo waa’ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa dhiheessan argachuu barbaadduu? Bakka sirrii dhuftaniittu. BBC’n madda oduu addunyaa amanamaadha. Asiin dokumantarii, gabaasaalee qorannoo, af-gaaffii fi xiinxalawwan viidiyoon dhimmoota isin ilaallatan, siyaasaa fi hawaasa irraa kaasee hanga saayinsii, fayyaa fi teekinooloojiitti, hunda isaanii Afaan Oromootiin ni argattu. Viidiyoowwan keenya daawwachuu fi chaanaalii keenya subscribe gochuu keessaniif galatoomaa. Imalli kuni kan waliin taasifnudha, deeggarsa keessaniif ulfaadhaa. BBC Afaan Oromoo Facebook akkasumas Chaanaalii WhatsApp gubbaas argattu. Asumaan maatii BBC ta’aa.

Marsariitii πŸ‘‰πŸ½ https://www.bbc.com/afaanoromoo
Facebook πŸ‘‰πŸ½ https://www.facebook.com/bbcnewsafaanoromoo/
WhatsApp πŸ‘‰πŸ½ https://whatsapp.com/channel/0029VawyHE6CBtx7GK5AV32J

#volcano #ethiopia #ethiopian #bbcnewsafaanoromoo #bbcafaanoromoo #afar #india

Comments

Comments are disabled for this post.